Nach Genre filtern
VOICE FROM THE HORN – VOFTHO Podcast
Stories, Politics, Culture & Voices from the Horn of Africa
VOICE FROM THE HORN (VOFTHO Podcast) is an independent storytelling and media platform exploring identity, exile, politics, literature, culture, and the lived experiences of displaced communities from the Horn of Africa.
Founded in 2020 by Chala Hailu Abate, the platform focuses especially on the voices of first-generation refugees, Oromo youth in the diaspora, and communities navigating migration, memory, and belonging.
Through conversations, documentaries, poetry, and personal narratives, VOFTHO creates space for stories often overlooked by mainstream media. The podcast features writers, artists, professionals, activists, and survivors whose journeys reflect resilience, identity, and social transformation.
The platform also produces documentary content examining historical and contemporary events in Ethiopia and the Horn of Africa, with particular attention to Oromia, human rights, political memory, and cultural preservation.
VOICE FROM THE HORN continues a broader independent media journey connected to earlier digital initiatives including:
- Dhaloota Fincilaa
- Abootee Times
- Miidiyaa Dhaddacha Oromo
- BB-Show
Despite censorship, platform removals, and political pressure, the mission remains unchanged:
to preserve memory, amplify silenced voices, and create dialogue across generations and borders.
- 455 - Waaayee keenya: sagantaa Siyaas- Diinagdee
Waaayee keenya: sagantaa Siyaas- Diinagdee Irratti Jaal Ayyaanan Qabsaahotaa fi hooggantoota Oromoo kan ta’an Jaal Gaashuu Lammeessaa fi Jaal Abdataa Hoomaa waliin turtii godhan caqasaa Send us Fan Mail Support the show
Thu, 15 Oct 2026 - 454 - Jaalala Halaalaa: Sirba haaraawa Caalaa Hayiluutiin barreeffameTue, 06 Oct 2026
- 453 - Nagaatti Ilfee koo: Walaloo
Walaloo gabaabaa, Yaadannoo Ilfinash Qannoo Barreessan Caalaa Hayiluu ti. Send us Fan Mail Support the show
Tue, 08 Sep 2026 - 452 - My Poor MotherSat, 22 Aug 2026
- 451 - 2014, Marii Waldaa Barreessitoota Oromoo ijaaramuf yaalameSat, 22 Aug 2026
- 450 - Ibsoo Ruufoo: Jeekkarsa WaaqeffannaaSat, 22 Aug 2026
- 449 - Caalaa fi VOA kitaaba Burqaa JaalalaaSat, 22 Aug 2026
- 448 - Marii Jaal Booree Lammii miseensa WBO waliin bara 2020 godhameSat, 22 Aug 2026
- 447 - Jeekkarsa WaaqeffannaaSat, 22 Aug 2026
- 446 - Waayee DAANGAA OROMIYAA fi OromooMon, 17 Aug 2026
- 445 - Taajjabbii Jibbitoota Oromoo irrattiSat, 15 Aug 2026
- 444 - ABO irratti kan hin duulle WAAQAYYO qofa
Ololli yeroo ammaa ABO irratti deemu kijiba dhugaa fakkaatu( Fallacy) kan ittiin Oromoo burjaajessuun dhaabicha cabsanii Kaayyoo QBO gufachiisuti! Send us Fan Mail Support the show
Wed, 15 Jul 2026 - 443 - Marii Tiktok irratti taasifameSun, 24 May 2026
- 442 - Diraamaa miseensota WBO durii Kutaa 2ffaa
Diraamaa Seenaa Qabeessa miseensonni WBO durii hojjatan kutaa 2ffaa Seenaa shalli Oromoo keessa bahe… Send us Fan Mail Support the show
Mon, 18 May 2026 - 441 - Diraamaa miseensota WBO durii
Diraaman kuni calaqqee seena uummanni Oromoo keessa darbe haaritti agarsiisa. Send us Fan Mail Support the show
Sun, 17 May 2026 - 440 - Waayee WBO mooratti galchuu irratti J/Daawud Ibsaa maal jedhanSun, 17 May 2026
- 439 - Sirboota aadaa fi Waaqeffannaa Nagii Tolaa fi Urgii Daadhii fi Hawwisoo Jiituu Adaamaa duriiMon, 02 Mar 2026
- 438 - Guyyaa Gootota Oromoo: Irbuu ShinniggaaThu, 16 Apr 2026
- 436 - Lafti keenya Lafee keenya
Marii Dr. Dagafaa Abdiisaa fi Jaal Ayyaanaa Goobanaa waliin dhimma maqaa misooman Oromoon buqqifamu irratti goone caqasaa Send us Fan Mail Support the show
Thu, 22 Jan 2026 - 435 - Aabbuu Seeraa fi #MasterPlan 2ffaaSun, 18 Jan 2026
- 434 - Development Without Justice Is Not Development
My thoughts on the displacement or eviction of Aabbuu Seeraa Oromo farmers in the name of a grand project called the Bishoftu International Airport building. Development Without Justice Is Not Development Why Evicted Oromo Farmers from #Aabbuu-Seeraa Must Be Compensated Fairly and Included in the Future https://www.facebook.com/share/v/1CwSgomTiU/?mibextid=wwXIfr Large-scale development projects are often presented as symbols of national progress. Airports, highways, and industrial zones are ...
Thu, 15 Jan 2026 - 433 - The stark reality of the relationship between the Oromo people and Ethiopia is depicted in a single image.
The stark reality of the relationship between the Oromo people and Ethiopia is depicted in a single image While you listen to the Ilfes music, watch closely the picture I used as profile of the music too Send us Fan Mail Support the show
Wed, 14 Jan 2026 - 432 - Bara 2025 keessa Dararaa uummanni keenya keessa darbe akka keessa deebitti marii J/ Ayyaanaa Goobanaa Abbaa Maccaa Abbaa Qalbii, Dr Baro Keno fi Caalaa Haahiluu Abaataa marii taasisne
Itti fufiinsa dararaa, hidhaa, ajjeechaa fi jeequmsa jireenya bara 2025 keessa Bilxiginnaan uummata keenya irratti raawwachaa turte keesaaa hamma tokko J/ Ayyaanaa Goobanaa Abbaa Maccaa Abbaa Qalbii, Dr Baro Keno fi Caalaa Haahiluu Abaataa tu marii taasise. https://www.youtube.com/live/siwEEJ5mrLo?si=3Nb50NgoU05CtHwq Send us Fan Mail Support the show
Tue, 30 Dec 2025 - 431 - BurreeMon, 15 Dec 2025
- 430 - Dhufuu fi Gugeen KooMon, 15 Dec 2025
- 429 - Qubee Afaan Oromoo - Birhaanuu Hundee tiin
Guddinni Qubee Afaan Oromoo (QAO )maalirra jira? DHALOOTA FINCILAA Guddinni Qubee Afaan Oromoo (QAO)maalirra jira? Birhaanuu Hundee tiin Waggoota shantama dura, yeroo ”Afaan Oromoo raadiyoonii cabsa ”jedhamee dubbatamu sana, Afaan keenya haala sana keessaa bahee sadarkaa har’aa kanarra ni gaha jedhee eenyutu yaade? Afaan Oromoo barreeffamuun isaa hafee akka hin dubbatamneeyyuu dhiibbaan irra gahamaa akka ture seenaatu ragaa ta’a. Galatni qabsaa’ota Oromootiif addatti immoo ABOf h...
Wed, 19 Nov 2025 - 428 - SEENAA FDG, KALEESSA, HAR'AA FI BORU QABSOO BARATTOOTA OROMOO BAROOTA 2000 KAASEE HANGA BARA 2018 TAASIFAMAA TURE
SADAASA2025: SEENAA FDG, KALEESSA, HAR'AA FI BORU QABSOO BARATTOOTA OROMOO BAROOTA 2000 KAASEE HANGA BARA 2018 TAASIFAMAA TURE KEESSATTI INJIFANNOOLEE AKKAMII GALMEESSEE AKKAMIIN AMMOO GALMA GA'UUF WAREEGAMNI ITTI KAFFALAME HANQATE? MAAL IRRAA BARANNA EGEREEF? HARDHA WARRA QABSOO BARATTOOTA OROMOO JALQABAA KEESSA TURAN WALIIN MUUXANNOO FI HAALA AMMEE XINXAALLA. ISAANIS DR DASSAALANY N.GUYYUU BARSIISAA YUNIBARSIITII FI DR.CAALAA O-ABDIISAA OGEESSA FAYYAA TI. Kanneen karaa YouTube c...
Mon, 17 Nov 2025 - 427 - Seenaa Finfinnee fi abbeentummaa magaalaa Finfinnee Obbo Ida’oo Boruu maal jedhan
Seenaa Finfinnee irratti Obbo Ida’oo Boruu Odaa oso hin du’in dhalootaf waan dhaame qaba ture. Caqasaa Send us Fan Mail Support the show
Mon, 17 Nov 2025 - 426 - Yaadannoo FDG ilaalchisee Sagantaa addaa
Yaadannoo Waggaa 20ffaa FDG kana karaa Zoom miseensota ABO biyya keessaa fi addunyaa guutuuu irra jiran gamtaan kan ayyaaneffatan yommuu ta’u, sagantaaleen skal barnootaa fi ibsi baayyeen kennamee ture. Sagaleen armaan gaditti caqasuuf deemtan kanneen guyyaa kana barnootaa fi Ibsa garagaraa laatanii dha. Sagaleen caqasuuf deemtan kunis: J/ Gaashuu Lammeessaa, Amaan Filee Lammii Beenyaa, Daawit Abdataa, Caalaa Hayiluu, Prof. Moosisaa Aagaa, Dr. Baaroo Qannoo fi jaal Yaddii ( Gamteessaa Boruu) ...
Tue, 11 Nov 2025 - 425 - Alii Shabboo- Jaalallee tooTue, 04 Nov 2025
- 424 - Dhugaa Oromoo fi Fakkeessii Bilxiginnaa PPFri, 10 Oct 2025
- 423 - Irreechaa celebrations in Sweden in 2025 with Oromo music and vibes.Tue, 30 Sep 2025
- 422 - The Dhuggeeffannoo Oromoo book highlights the philosophy and worldview deeply rooted in the Oromo nation, along with cultural expressions such as Irreecha and the spring festivities. Mr. Ayyaanaa discusses this with the author, Caalaa Hayiluu.
Kitaaba Dhugeeffannoo Oromoo: AYYAANOTA Tibba Birraa ayyeeneffataman Fulbaana 2025 Caalaa Hayiluun barreeffamee maxxanfame irratti barreessaa Caalaa Hayiluu fi Obbo Ayyaana Goobanaa godhan caqasaa This book is a cultural-historical work that explores Oromo culture, with a particular focus on Irreecha and other traditional festivals celebrated during Birra, the spring season of Oromia. It is based not only on research, but also on lived experiences, conversations with experts and...
Tue, 30 Sep 2025 - 421 - Marii Hayyoota Oromoo prof. Asafaa Jaalataa fi Prof. Moosisaa Aagaa waliin Dr. Baaroo Qannoo taasise
Marii kana keessatti wal dhibdee Oromoo fi Xoophiyaa, Amalootaa sirba Habashaa fi Oromoo akkasumas haala amma keessa jirruun egeree Oromoo akkamiin Akka sirreessuu n danda’amu irratti hayyoonni kuni marii godhan. Hordofaa Send us Fan Mail Support the show
Sun, 24 Aug 2025 - 420 - Walaloo Caalaa Hayiluu : Gaafasii fi GaafanaTue, 05 Aug 2025
- 419 - Eebba Ajaayibaa- Leel jedhaaTue, 05 Aug 2025
- 418 - Qabsoo Bilisummaa Oromootti Maaltu gufuu ta’aa Ture/ ammas itti jira? Marii Dr. Dassuu Nagarii Guyyoo waliin goone caqasaa
Seensaf: kitaaba Sacred Knowledge Traditions of the Oromo of the Horn of Africa: Dr. Gammachuu Magarsaa kufaatii Mootii H/ Sillaasee booda Sayyootti akka hojjataa di daarikteera dhimma lafaa ( LAND TO TILLER) raawwachiisstti ramadamee yeroo deeme waliin dubbii akaaka isaanii Ruda Kuraa, Akaakayyuu Gammachuu Magarsaa waliin taasisan ilalla. Dr. GM : Laal dhaloota keenya , Laal waan nwaan nuti hojjannee arganne, sirna sin dadhabdan kan sin miidhaa bahe nuti darbannee a...
Tue, 22 Jul 2025 - 417 - Hayyoota fi Rogeeyyii Oromoo vs Kaayyoo QBO
CBB:Adoolessa 17/2025: Hayyoota fi Rogeeyyii Oromoo vs Kaayyoo QBO jedhu irratti maatii CBB kan ta'an Dr.Dagafaa Abdiisaa,J/Ayyaanaa Goobanaa fi Dr.Baaroo Qannoo waliin marii goone caqasaa. Send us Fan Mail Support the show
Thu, 17 Jul 2025 - 416 - Waayee Hacaaluu Hundeessaa Oromoonni maal dubbatan?
Waggaa 1ffaa wareegamuu Artist Hacaaluu Hundeessaa ilaalchisee bara 2021( waggaa 4 dura) miidiyaan Dhaddacha Oromoo akkasiin qopheessee ture. Caqasaa Send us Fan Mail Support the show
Tue, 24 Jun 2025 - 415 - GANTUMMAA Vs GADAA OROMOOMon, 16 Jun 2025
- 414 - Sirba weellisaa Abdallaa HuseenMon, 02 Jun 2025
- 413 - Turti Ani bara 2015 Raadiyoo Finfinnee waliin taasise
Walk-in Dubbii Ani fi Darajjeen goone kana keessatti Imala joollummaa koo Salaalee gara Booranaa Booranaa gara Adaamaa Barnoota sadarkaa 1ffaa - sadarkaa 2ffaa Seenaa mana hidhaa fi Achumaan baqattummaa kaasnee dubbanne. Caqasaa Send us Fan Mail Support the show
Tue, 22 Apr 2025 - 412 - Sirna Eebba Kitaaba Caalaa Hayiluu
Kitaabni mata duree Dhaloota Fincilaa jedhamu kan barreessaa fi waloo Caalaa Hayiluu Abaatatiin barreeffame Sadaasa 24-2018, biyya Sweden magaalaa Stockholmitti eebbifameera. https://www.facebook.com/photo.php?fbid=2331693786904447&set=pcb.2331694043571088&type=3&__tn__=HH-R&eid=ARCZ3mkYIc_WGA5zIF_Qr3-6m6PpUmMdqksIb_BF3knLtOGngdE6sFkc7gGfRGpSJU_IT4_N3OrH6kdU Kitaabni kuni takkaahuu waan dhalli Oromoo tokko darbeeyyuu uummanni keenya keessa jiraateefi jiru fi jiraachuu fedhu,...
Mon, 21 Apr 2025 - 411 - Guyyaa Afaan Dhalootaa ykn afaan jalqabaa Maalif yaadannaa?Thu, 17 Apr 2025
- 410 - Sirba Durii : Ilfinesh QannooWed, 16 Apr 2025
- 409 - Sirba durii: Weellisaa Jireenyaa AyyaanaaWed, 16 Apr 2025
- 408 - Walaloo: Irbuu ShinniggaaWed, 16 Apr 2025
- 407 - Ji’oomeetirii Oromummaa fi haala Oromoo yeroo ammaa irratti Dr. Moosisaa Aagaa Hayyuu Herreegaa waliin tutti goone.
Ji'oometirii Oromummaa CBB: 04-04-2025- Dr Mosisa Aagaa, hayyuu Herreegaa fi qabsaawaa Oromoo waliin CBB irratti marii goona. nuwaliin turaa https://www.youtube.com/live/tIQU4jGL08Y?si=S_rFGJVDRjXKSpiz "Ji’oomeetrii Oromummaa" ~~~~~ Waraqaa mata-dureen "Ji'oomeetrii Oromummaa" jettu kana nama hedduu tu na gaafata. Eeyyee, Waxabajjii, bara 1994 ture kanan barreesse. Waggaa 29 har’aa ta’uusaa ti. Jalqaba barruulee eebbaa (graduation bulletin) kan Dhaabbata Leen...
Mon, 07 Apr 2025 - 406 - Magaalan Ottaawaa, Ayyaana Irreechaa ayyaana waggaa magaalattii gochuun beekkamtii kennite. Dhimma kana irratti obbo Habtaamuu Niinni Abbinoo waliin turtii goone caqasaa
Egereen Oromoo oluma! Waan ofii jaalachuun dubbii irra darbee gaafa gochaan lafa qabate nama gammachiisa. Gowwaan keenya waggaa eeggateet aadaa fi duudhaa Oromoo, eenyumnaa fi dudduubbee isaa ganamaa abaaraa oola. Abaaruu qofa osoo hin taane akka baduuf baajata itti baasee dhabamsiisuug hojjata. Qaroo, beekaa fi inni of tahe, kan eenyummaa, duudhaa fi aadaa isaa jaalatu garuu akkasitti akka iftee mul’attuuf irratti hojjata. Garaa gabrummaan beekuu fi beekuu dhabuu, of tahuu fi of tahuu dhabuu...
Mon, 24 Mar 2025 - 405 - Egeree Oromiyaa Gaaffii fi deebii Dr. Shuggux Galataa Gorsaa H/D/ ABO waliin goone.
De. Shuggux Galataa miseensa Gumii Sabaa ABO fi Miseensa Shanee Gumii ABO kan ta’aniifi baroota dheeraf gaafatamaa damee Dippiloomaasii ABO turan. Isaan waliin hardha waayee Kora waliinii ABO fi KFO akkasumas siyaasaa Tibbanaa, kan Oromoo fi hiriira siyaasaa gaanfa Afrikaa irratti dubbanne. Send us Fan Mail Support the show
Sat, 08 Mar 2025 - 404 - Kutaa 6ffaa: Dr. Dagafaa Abdiisaa waliin itti fufiinsa seenaa dhalootaa, bu'aa ba'ii jireenyaa matayyaa fi gumaata Qabsoo Bilisummaa Oromoo akkasumas muuxannoo jireenyaa keessan darban
CBB:Gurraandhala 24/2025: keessummaa addaa bara 2025 fi itti fufiinsa seenaa dhalootaa , ba'ii jireenyaa matayyaa fi gumaata Qabsoo Bilisummaa Oromoo akkasumas muuxannoo jireenyaa keessan darban Dr. Dagafaa Abdiisaa irraa qooddanna! Kutaa 6ffaa daawwadhaa Send us Fan Mail Support the show
Tue, 25 Feb 2025 - 403 - Dhalattoonni Karrayyuu maal jedhan? Ituu fi Karrayyuu rakkoo hamtuu keessa jira.
''Karrayyuun Birmannaa obbolaa isaa Oromootaa Barbaada. Uummanni keenya kan Karrayyuu yeroo ammaa rakkoo garaagaraa keessatti dararamaa jira. Rakkoo nageenyaa, rakkoo Daangaa , rakkoo hongeefi kirkirri lafaa itti walfuree gammoojii san keessatti hadhaa addaa dhamdhamaa jira. Bara duri haga tokko dhaabbata #seft_net jedhamu irraa gargaarsa namoomaa argataa turullee sunis yeroo ammaa irraa dhaabbatee jira. Namni naasuu namoofi oromummaa qabdan, Hawaassni Oromoo bal'aan Obbolaa...
Mon, 24 Feb 2025 - 402 - oromo/oromian instrumentalMon, 17 Feb 2025
- 401 - ABOn waggoota 50n darban Oromoof Hoomaa hin hojjanne.” Abiy Ahmed akkas jedhe. Dhugaa dhaa?
“ABOn waggoota 50n darban Oromoof Hoomaa hin hojjanne.” Abiy Ahmed akkas jedhe. Dhugaa dhaa? Abiy Ahmed Maalif akkas jedhe? Dhuguma ABOn Oromoof waa hin goonee? Kanaa fi kan kana fakkaatan irratti keessummoota Egeree Oromiyaatu dubbata. Caqasaa. ABOn Oromoof homaa hin hojjannee? Amma dhaloota ( siditu iddoo kana jirra) Dhaloota gaafa ABOn bu’uramu turan, dhaloota jidduu fi dhalota si’anaa ( Dhaloota Qubee) Kanaaf mee dhaloota duraa irraa kaana, 1. Osoo ABOn hin bu’uramin ykn hin...
Tue, 12 Nov 2024 - 400 - Oromo Intellectual Society (OIS) conference, Part #1
Gurmuun Hayyoota Oromoo (GHO/OIS), Mata-duree “Burjaajii fi Daddaaqamuu Hawwaasa Oromoo: Sirna Badii Impaayeraa if Gahee Qaroo (Elite) Oromoo” jedhu jalatti Seminaara marii qopheessee jira. Sirni koloneeffataa, uummata gabroomfatee hacuuccaa isaa jalatti tiksuuf, tooftaa fi tarsiimoo dhaabbatoo garagaraatti dhimma baha: 1) Shororkessuu, saamuu fi hiyyoomsuu; 2) qoqqoodee bulchuu; 3) afaan, aadaa, seenaa, waliigala eenyummaa sabichaa dhabamsiisuu fi burjaajessuu; 4) qaroo sabic...
Mon, 21 Oct 2024 - 399 - Hiriira Siyaasaa Gaanfa Afrikaa Oromoo
CBB: Fullbaana 21/2024-Mata duree Hiriira Siyaasaa Gaanfa Afrikaa fi Oromoo jedhu irratti waliin dubbii Dr.Caalaa Olaanaa waliin goone hordofaa Hiriira Siyaasa Gaanfa Afrikaa fi Oromoo Yaada asii gadii haala jiru hunduu quba ni qaba garuu eessa jirra jennee of gaafachuun hin baduu. Somaaleen, kana dura Eritriyaa duukaa lola Abiyyi ahmediif maabara seentee waraana ergaa turte har’a ammo salphoo soqolattee salphinaan gargaaru akka jedhamu, saayiba ishee isa Itoophiyaa hunkurutti...
Sun, 22 Sep 2024 - 398 - Poem: My poor mother
My Poor Mother My poor mother, the one and only I love, These days you are constantly in my thoughts, I can’t sleep or find rest, Preoccupied with worry about the impending fate, Thinking of what the pandemic might unleash upon you, Asking myself so many questions, wondering how you will fare, Filling in the blanks with observations and facts. I fear for you, should the pandemic conquer your heart. You may not have the strength to defend yourself, your home, your core. Your grown children...
Sun, 22 Sep 2024 - 397 - WalalooSun, 22 Sep 2024
- 396 - Itti baha Kora Miseensota ABO godina Awurooppaa ilaalchisee marii SBO waliin barreessaa fi waloo Caalaa Hayiluu tassade.Thu, 25 Jul 2024
- 395 - Tiktookeroonni Haala jedhuu irratti maal jedhan?Sun, 21 Jul 2024
- 394 - Dabaa fi Dhiibbaa dhaabbataa Hordftoota Amantii Waaqeffannaa irraan gahaa jiru
Dabaa fi Dhiibbaa dhaabbataa Hordftoota Amantii Waaqeffannaa irraan gahaa jiru ilaalchisee Keessummoota lama biyya Kaanadaa irraa abbaa Hayyuu fi abbaa Odaa waliin marii goone caqasaa Send us Fan Mail Support the show
Tue, 02 Jul 2024 - 393 - Yaakka sanyii duguuggaa Oromoo Tuullaamaa, GG Oromiyaa keessati addeema j
Yaakka sanyii duguuggaa Oromoo Tuullaamaa, GG Oromiyaa keessati addeema jairy ilaalchisee marii J/Ayyaanaa fi barreessa Caalaa Hayiluu gaggeessan caqasaa https://www.youtube.com/live/tW9LjoyIPBw?si=XXMPk7M9MVFUC91L Send us Fan Mail Support the show
Tue, 02 Jul 2024 - 392 - #Ep #4, Conversation with Dr Degefa Abdiisaa, former director ctor of Black Lion Hospital and freedom fighter as well human rights defendant
#Ep. #4: Dr. Degefa Abdisa's life experience and his contribution to Oromo's struggle for freedom! Send us Fan Mail Support the show
Fri, 21 Jun 2024 - 391 - OROMOON MIIDIYAA QABAA?
Caamsaa 29/2024- MDHO- Qabsoo bilisummaa Oromoo fi barbaachisummaaa Miidiyaa, Marii maati Miidiyaa Dhaddacha Oromoo- MDhO waliin goone caqasaa Send us Fan Mail Support the show
Wed, 29 May 2024 - 390 - Qabsoon Bilisummaa Oromoo dhuguma Xummuramee?Tue, 21 May 2024
- 389 - Raayyaa Abbaa Maccaa wallee bara duriiSun, 19 May 2024
- 388 - Gatiin Gootaa meeqaa?Tue, 23 Apr 2024
- 387 - #Ep. 3 Dr. Degefa Abdisa's life experience and his contribution to Oromo's struggle for freedom!
Egeree OROMIYAA Dr. Dagafaa waliin Kaleessa malee hardhi hin jiru; hardhi waan jiruuf borus ni jiraata. Kunimmoo seera uumaa fi uumamaati. Warri kaleessa turan nuuf Daawitee Egeree OROMIYAA, jiruu fi jireenyaa qofa osoo hin taane godambaa seenaa kan Waan hedduu dhaloonni irraa argatuu dha. Dhaloonni amma jiru warra kaleessa jiraatanii hardhas lubbuun jiran irraa waan baratu baratee hardha kan harkasaa jiru ogummaa fi qaruuxummaan hojjatee egeree ofii fi dhalootaa tolfachuun dirqama ke...
Thu, 04 Apr 2024 - 386 - Poem: Here Qaama Koo
Waggaa 11 dura gaafan Walaloo tana sararu akka keesaa baanu abdiin qaba ture. Haa tahu malee anii fi qaamni koo kuni saranas asumaa wal qoccollaa, Fayyinee wal hin fayyisne, Akka waan jilaatti asumaa lafa dhiinna Ciree gatuuf naafummaan sodaadhee, baadhee deemuufis dalaga wal dhoorre…. Hee Qaama koo…. #Qaama Koo! Ani kanan jedhu, want’n si gaafadhu silaa qaama kooti waa muree sin gatuu harki gaafa fayye, miilatu na nyaataa gaafa miilli fayye, mataat bowwaafataa nattin hafin jed...
Thu, 04 Apr 2024 - 385 - Jiraattonni aanaa Baddallee Maal jedhan?
Bara 2001, sababa hongee,beelaa nam-tolchee fi gogiinsa godinoota #Harargee lamaan ( Bahaa fi lixa) keessatti uumameen mootummaan naannoo Oromiyaa “…iddoo mijataa sin qubsiifna…”jechuun gara godinoota Wallaggaa fi Ilu Abbaa Booraa kan qubsiifamanii turan. Uummanni keenya suni keessatti kanneen aanaa #BunnooBaddallee qubsiifaman dhuguma haala mijataa argatanii jireenyi isaanii wayyaahee jiraachaa turan mo maal keessa jiru? Turtii Miidiyaa Dhaddacha Oromoo jiraattoota Bunnoo Baddallee wal...
Thu, 07 Mar 2024 - 384 - Poem Daawitii Seenaa2
DAAWITII SEENAA LAK. 2 Ni yaadattuu bara sana,bara guyyaan dukkanaa’ee, bara birmadummmaan nu cabuuf jala bultii ta'e, Bara koodeen koodee ganee, walirratti bobba'e, Gadaan laaffataa dhuufee, namuu gonfoo hawwee haadhoon haadhoo hiddee, akka summii jawwee. Fincaan 3n Tuullamaa,tokko diina kokkee qabaa, inni kaan taa'ee taajjabaa, Waliif dirmachuu dagatee, alagaaf dhaabbatee Galaan diinan lollaan, Abbichummoo nyaapha filate. kaanis cinaasaatti Macci, xis-ximbaa dhiisee, Fin...
Thu, 07 Mar 2024 - 383 - #Ep. #2: Dr. Degefa Abdisa's life experience and his contribution to Oromo's struggle for freedom!
Kaleessa malee hardhi hin jiru; hardhi waan jiruuf borus ni jiraata. Kunimmoo seera uumaa fi uumamaati. Warri kaleessa turan nuuf Daawitee Egeree OROMIYAA, jiruu fi jireenyaa qofa osoo hin taane godambaa seenaa kan Waan hedduu dhaloonni irraa argatuu dha. Dhaloonni amma jiru warra kaleessa jiraatanii hardhas lubbuun jiran irraa waan baratu baratee hardha kan harkasaa jiru ogummaa fi qaruuxummaan hojjatee egeree ofii fi dhalootaa tolfachuun dirqama keenya. Kanaaf warra bara dukkanaa turan irra...
Mon, 04 Mar 2024 - 382 - Jaarmiyaa tokko maaltu jabaa taasisa?
#Jaarmiyaa Tokko Maaltu #Jabaa Taasisa? -1 - Dhaabni ykn jaarmiyaan tokko haalli inni ittiin jabaatuufi guddataa deemu karaaleefi roga hundaan waan jaarmiyaan tokko guuttachuudha qabu yoo guuttateedha. Waan hunda caalaa dhaaba tokko kan jabinasaa ibsuufi daran bu'a qabeessa isa taasisu : 1). Akeekaafi kaayyoo inni ittiin dhaabbateefi muldhata inni ittiin saba bilisummaa argachuu qaba jedhee qabsaawuuf sanadha. Kaayyoofi akeekni j...
Sun, 03 Mar 2024 - 381 - Poem: Bara SanaWed, 21 Feb 2024
- 380 - CONFERENCE: DHUMAATII SAGALEE IYYANNAA DHABE
https://www.youtube.com/live/DG42yGOMYg4?si=Tc9v3280Aocpq2O1 Barbaachisummaa miidiyaa fi hanqinoota yeroo ammaa gama miidiyaan qabnu irratti Dr.Dagafaa, Bilisummaa fi Caalaan marii kallattii gaggeessan Send us Fan Mail Support the show
Wed, 21 Feb 2024 - 379 - #Ep. #1: Dr. Degefa Abdisa's life experience and his contribution to Oromo's struggle for freedom!
Egeree OROMIYAA turtii Dr. Dagafaa waliin goonee caqasaa. Karaa Youtube armaan gadiis daawwachuu dandeessu. https://www.youtube.com/live/jfg3quojm6g?si=lhc1Sk-34CLbb4EC https://www.youtube.com/live/y0RzLLiW2No?si=NYWigbDLlGOPV5SA Kaleessa malee hardhi hin jiru; hardhi waan jiruuf borus ni jiraata. Kunimmoo seera uumaa fi uumamaati. Warri kaleessa turan nuuf Daawitee Egeree OROMIYAA, jiruu fi jireenyaa qofa osoo hin taane godambaa seenaa kan Waan hedduu dhaloonni irraa argatuu dha. Dhalo...
Sat, 03 Feb 2024 - 378 - 𝕄𝔸ℕ𝔻𝔸ℝ𝕆𝕆𝕋𝔸 𝔽𝕀 𝕄𝔸𝔾𝔸𝔸𝕃𝔸𝔸𝕎𝕎𝔸ℕ 𝕆ℝ𝕆𝕄𝕀𝕐𝔸𝔸 - 𝕆ℝ𝕆𝕄𝕀𝔸ℕ 𝕋𝕆𝕎ℕ𝕊 𝔸ℕ𝔻 ℂ𝕀𝕋𝕀𝔼𝕊 𝕂𝕦𝕥𝕒𝕒 𝔻𝕦𝕣𝕒𝕒 T̈́ä́ä́m̈́m̈́ä́n̈́ä́ä́ B̈́ḯẗ́ḯm̈́ä́ä́ irraa
𝕄𝔸ℕ𝔻𝔸ℝ𝕆𝕆𝕋𝔸 𝔽𝕀 𝕄𝔸𝔾𝔸𝔸𝕃𝔸𝔸𝕎𝕎𝔸ℕ 𝕆ℝ𝕆𝕄𝕀𝕐𝔸𝔸 - 𝕆ℝ𝕆𝕄𝕀𝔸ℕ 𝕋𝕆𝕎ℕ𝕊 𝔸ℕ𝔻 ℂ𝕀𝕋𝕀𝔼𝕊 𝕂𝕦𝕥𝕒𝕒 𝔻𝕦𝕣𝕒𝕒 T̈́ä́ä́m̈́m̈́ä́n̈́ä́ä́ B̈́ḯẗ́ḯm̈́ä́ä́ irraa DURADUBBII Dubbiftoota barruu tanaa jaalatamoo fi kabajamoo, kunoo harra irraa kaaseen mataduree kanaa olitti kaayame jalatti waa isiniif dhiyeessaa, mee na hoofkalchaa! Kanas hamma naaf dandayametti guutuu taasisuunan guutee, irra bash-bash gochuun isiniif dhiyeessa. Garuu, yaa Oromoo koo akkana gochuuf laalleewwan (infoormeshina) guutuu qabaachuutu n...
Fri, 26 Jan 2024 - 377 - Tokkummaa akka sabaatti qabnuun gantoota maalin of keessaa buqqisna?
Marii kana keessatti Dr Dagafaa Abdiisaa MSG fi GS ABO duraanii akkasumas daarikteera fayyaa Hospitaala Leenca Gurraacha kan turan, J/ Ayyaanaa Goobanaa, ogeessaa diinagdee fi qondaala ABO fi Caalaa Hayiluu waloo fi barreessaa tahuun dhimmoota armaan gadii irratti dubbataan. 1. Sochii QBO keessatti shoora Qeerroo fi gurmaayinsa Qeeroof gahee ABO 2. Gabootaa yeroo yeroon QBO ganan sababa fi tokkummaan sabni akkamiin of keessaa buqushaa 3. Olola miidiyaa tiin balbala galaanaa arganne jech...
Sun, 14 Jan 2024 - 376 - Yaada Kitaaba J/ Abbaa Caalaa Lataa irratti
Kitaaba kana baatii darben ( Fulbaana,2022) dubbisee fixe. Kitaabicha dubbisuu Jalqabnaan dhaabuun hin jiru waan taheef guyyaa lama keessattin xummure. Hunduu bitadhaa dibbbisaan jedha. Qabiyyeen Kitaaba Jaal Abbaa Caalaa kuni seen-gulummoo matayyaa isaanii :- a. Ijoollummaa- hanga barnoota jalqabanii b. Haalaa baruu fi barsiisuu fi didhaalee hanga barnoota xummuranitti argan c . Bara Yunibarsiitii turanii fi hirmaannaa sochii QBO jalqabaa keessatti taasisan d. Duulaa barnootan Arsii deemuu ...
Thu, 11 Jan 2024 - 375 - State terrorism (shororkeessummaa mootummaa): Dr. Dagafaan yaalii ajjeechaa irraa fayyanii dhugaa Oromoo dubbachaa jiru.
Qaroo fi gameessi QBO, kan saba Isaaniif jechaa wareegama hedduu kaffalan kan dhugaa saba Oromoof qofa jiraatan Jaal Dr. Dagafaa Abdiisaa Tuuchoo yaalii ajjeechaa murni Bilxiginnaa irratti aggaamte irraa fayyanii ammas sagalee saba isaanif tahaa jiru. Dr. Dagafaan waayee shororkeessummaa fi shororkessummaa mootummaan raawwatu (State terrorisma)irratti Jaal Ayyaanaa Goobanaa waliin marii godhan kana caqasaa. State terrorism refers to acts of terrorism which a state conducts against anot...
Thu, 21 Dec 2023 - 374 - Yaalii Ajjeechaa Dr. Dagafaa Abdiisaa miseensa Shanee Gumii Gumii Sabaa ABO duraanii kan turanii fi yeroo ammaatti Gaafatamaa MDhO kan tahan irratti yaalame.
Yaalii Ajjeechaa Dr. Dagafaa Abdiisaa miseensa Shanee Gumii Gumii Sabaa ABO duraanii kan turanii fi yeroo ammaatti Gaafatamaa MDhO kan tahan irratti yaalame. Send us Fan Mail Support the show
Tue, 28 Nov 2023 - 373 - Argaa dhageettii OromooTue, 21 Nov 2023
- 372 - Abiy fi OromooTue, 21 Nov 2023
- 371 - Doorii Yaanaa: Weellisaa Keekiyyaa BadhaadhaaTue, 21 Nov 2023
- 370 - Muuziqaa Oromoo Abdallaa Huseen, Saani Adiin FaayaTue, 21 Nov 2023
- 369 - Walaloo dhumaatii uummata Oromoo SalaaleeTue, 21 Nov 2023
- 368 - Afaan Oromo INSTRUMENTAL MUSIC CollectionTue, 21 Nov 2023
- 367 - Certain essential qualities for a good writerTue, 31 Oct 2023
- 366 - Yaadannoo weellistuu fi qabsooftuu Oromoo Halloo DawweeSat, 28 Oct 2023
- 365 - MDhO/MCO: OROMOON BEELAA FI WARAANANN DHUMAA JIRA- MARII MAATII MIIDIYAA DHADDACHA OROMOO
MDhO/MCO: 17/10/2023 MARII MAATII MIIDIYAA DHADDACHA OROMOO MDhO/MCO: 17/10/2023 MARII MAATII MIIDIYAA DHADDACHA OROMOO Waliin dhimma Waaraana OROMIYAA keessatti deemaa jiruu fi Beela nam-tolcheen uummata keenya dhumaataa jiruuf nuti maal gochuu dandeenya? Send us Fan Mail Support the show
Sat, 21 Oct 2023 - 364 - Of tahuu fi Irreecha Oromoo fi Oromummaa - Oromo Thanksgiving holiday
Irreecha (also called Irreessa or Dhibaayyuu), is a Thanksgiving holiday celebrating the end of the winter in the Oromia Region, Ethiopia. The Oromo people celebrate Irreecha to thank Waaqa (God) for the blessings and mercies they have received throughout the previous year. The Irreecha festival is celebrated every year at the beginning of Birraa (Spring), the new season after the dark and rainy winter season. It is attended by hundreds of thousands of people. The thanksgiving is ce...
Mon, 18 Sep 2023 - 363 - #BURREE KOO #Oromo#poem by Caalaa Hayiluu
#Burreekoo! Burree koo yaa haadha Daalee, yaa haadha Boorri fi Sooree, Burruus si tiksuuf du’aa, Daaleen si hodhuuf gu’a, Boorriin roorroo kee jibbaa, Sooree fi magaaltu , sirratti wal dhiibaa Akkuma bifa kee, bubburree lafa guuttee, Akkuma amala kee, cucurree guddiftee, Kan jabaattee sin boqachiifnee, kan laaffattees, sinjibbaannee… Burree haadha goromsaa fi kormaa, Taadhii mirgituu ollaaf ormaa, Kaan Siif jedheet kenna mormaa, Kaanimmoo garaaf 9 gurguramaa, Kaan hum...
Tue, 12 Sep 2023 - 362 - Maddi gandummaa siyaasa dhokataa Oromoo Xoophiyaa jalatti hidhuuf godhamuu dha.Mon, 28 Aug 2023
- 361 - Lola Habashaa Fi BilxiginnaaMon, 14 Aug 2023
- 360 - Qabsoo Oromoo fi shira diinaa akkamiin irra aanna?Mon, 07 Aug 2023
- 359 - Gadaa Labsina, Oromo new music by Bashaadaa NagahooFri, 21 Jul 2023
- 358 - Adoolessa 2023/Haala hubannaa Siyaasaa Oromoo waliigalaa fi gara fulduraa gaaffii fi deebii Dave Dr. Baaroo waliin taasise
Haal siyaasa Oromoo fi shira diinaa mata duree jedhu jalatti haala hubannaa Siyaasaa Oromoo waliigalaa fi gara fulduraa gaaffii fi deebii Dave Dr. Baaroo waliin taasise Send us Fan Mail Support the show
Fri, 21 Jul 2023 - 357 - Adoolessa 2023, Maaltu deddeemaa jiraa? Marii Caalaa Fi Dave
MDhO: Adoolessa /2023 Maaltu deddeemaa jiraa? MDhO: Adoolessa /2023 Maaltu deddeemaa jiraa? jedhu jalatti rogeessaa fi qopheessaa miidiyaa Waadaa kan tahe Dave Abdiwaaq waliin marii qabxiilee armaan gadii irratti taasifna. 1.Callisaa fi waca Diyaasporaa hiika malee fi kan hiikoo qabu… 2. Qophiilee adda addaa Diyaasporaan qopheessaa jiru xiinxaluu ( warra hordofaa jiruuf) 3. Haala fi bifa addaan itti fufiinsa hidhaa fi ukkaamsaa miseensota ABO irratti aggaamame… Send us Fan Mail Support the show
Fri, 21 Jul 2023 - 356 - The legacy of Aaddee #NuureeMaammee and how do we remember and pass on her incredible works to the next generation?
Sad News The mother of the Oromo community and the umbrella of the Oromo community in #Sweden. Ad Nuure passed away recently after a long illness. Ad Nuuree represented or took duty in the Swedish Community during the worst times in Oromia, during the FDG and student movement in OROMIA especially from 2000-2018, to visit prisons in various places to visit and assist prisoners, especially members of #WaldaaMaccaaTuullamaa and leaders of the association were traveling around the c...
Mon, 19 Jun 2023 - 355 - Poem about LOVE by Chala H AbateTue, 30 May 2023
Podcasts ähnlich wie VOICE FROM THE HORN Podcast
El Partidazo de COPE COPE
Herrera en COPE COPE
La Linterna COPE
Es la Mañana de Federico esRadio
La noche de Cuesta esRadio
La Trinchera de Llamas esRadio
Hondelatte Raconte Europe 1
Affaires sensibles France Inter
LEGEND Guillaume Pley
CHRONIQUES CRIMINELLES Jacques Pradel - TF1
El colegio invisible OndaCero
La Rosa de los Vientos OndaCero
Les grands dossiers de l'Histoire par Franck Ferrand Radio Classique
Espacio en blanco Radio Nacional
Entrez dans l'Histoire RTL
Le grand récit RTL
Les Grosses Têtes RTL
L'Heure Du Crime RTL
El Larguero SER Podcast
Nadie Sabe Nada SER Podcast
SER Historia SER Podcast
Todo Concostrina SER Podcast
Un Libro Una Hora SER Podcast
HISTORIAS DE LA HISTORIA VIVA RADIO
