Filtrer par genre

SBS Afaan Oromoo

SBS Afaan Oromoo

SBS

Oduun bilisaa fi seenaa, sagalee SBS irraa, jireenya Austraaliyaa keessaa waliinii fi hawwasa Oromoo Austraaliyaan walitti si hidha.

277 - Aangoon maaliif adda baafama, sunis akkamitti si eega | Akka itti jireenya Australia-
0:00 / 0:00
1x
  • 277 - Aangoon maaliif adda baafama, sunis akkamitti si eega | Akka itti jireenya Australia-

    Namni Hugo jedhamu motora yeroo oofu gonfoo eeggannoo mataatti kaayyachuu dhabuu isaatiin addabbii maallaqaa erga isa argateen booda dhimmichi mana murtiitti akka ilaalamu iyyate. Seenaan isaa akkamitti paarlaamaan, mootummaan fi manneen murtii gahee adda addaa akka qaban fi murtiwwan seera qabeessa tahan tokko tokko akkamitti gaaffii keessa galuu akka danda'an ibsa.

    Akka itti jireenya Australia kan jedhu poodkastii SBS, seenaa dhugaa fi ibsa ifaa fayyadamee Australia keessatti akkaataa itti mootummaan hojjetu hubachuuf isin gargaara, akkasumas akkamitti akka seerri bahu fi jijjiiramu, isinis keessatti yaada akkamitti akka kennattan hubachuuf isin gargaara. Qophiilee wal duraa duubaan afaanota 60n qophaawan fuula isa jalqabaa Akka itti jireenya Australia ( How Australia Works main page) irraa dhaggeeffadhaa.

    Mon, 05 Oct 2026 - 06min
  • 276 - Abbaa Malkaa Daanyee Dafarshaa fi Aadde Boontuu Becheree- Irreecha 2026

    Irreechi bara 2026 Melbourne Australia keessatti Dilbata dabre hirmaattota hedduun kabajamee oole. Abbaan Malkaa Daanyee Dafarshaa, haala miidhagaa fi kan duraa irra toleen kabajame jedhu. Aadde Boontuu Becheres Irreechi humna fi eenyummaa keenya jechuu nuu himte. guutummaa qophii kanaa akka caqastan isin afeerra.

    Wed, 30 Sep 2026 - 09min
  • 275 - #118 Losing a job (Med) - #118 Hojii irraa hari'amuu(Med) SBS Learn English

    Learn English for talking about losing your job. Practise ways to explain workplace changes and sympathetic responses to someone who has had bad news. - Waa'ee hojii irraa hari'amuu dubbachuu jechoota afaan Inglishii barattu. Waa'ee jijjiirama bakka hojii akkasumas nama hojii keessaa bahe tokko bifa namaa gadduutiin jajjabeessuuf jechoota akkama akka fayyadamtan baradhaa.

    Keep practising the phrases from this episode and test what you’ve learned with our quiz here.
    - Keep practising the phrases from this episode and test what you’ve learned with our quiz here.

    Wed, 30 Sep 2026 - 12min
  • 274 - Who really runs Australia, and where you fit in | How Australia Works - Dhuguma Australia eenyutu gaggeessa/Akkaataa itti jireenya Australia

    Do you know who can help you with a business permit, a rental problem or family support? Through the stories of Fedele, Carol and Abeer, learn how Australia’s three levels of government work. Find out what local, state or territory, and federal governments are responsible for and where to turn for help. - Hayyama daldalaa, rakkoo kiraa manaa ykn deeggarsa maatii eenyu akka si gargaaruu danda’u beektaa? Karaa seenaa namoota Fedele, Carol fi Abeer, jedhamanii akkaataa mootummaan Australia sadarkaa sadan itti hojjetan baradhu. Mootummaan kutaa biyaa ykn naannoo fi mootumman federaalaa maal irratti gaafatamummaa akka qabanii fi gargaarsa barbaaddu eessaa akka argattu bari.

    How Australia Works is an SBS podcast that uses real stories and clear explanations to help you understand how government work in Australia, how laws are made and changed, and how you can have a say. Listen to the series and find shorter versions in 60 languages on the How Australia Works main page. - Akka itti jireenya Australia kan jedhu poodkastii SBS, seenaa dhugaa fi ibsa ifaa fayyadamee Australia keessatti akkaataa itti mootummaan hojjetu hubachuuf isin gargaara, akkasumas akkamitti akka seerri bahu fi jijjiiramu, isinis keessatti yaada akkamitti akka kennattan hubachuuf isin gargaara. Qophiilee wal duraa duubaan afaanota 60n qophaawan fuula isa jalqabaa Akka itti jireenya Australia ( How Australia Works main page) irraa dhaggeeffadhaa.

    Tue, 29 Sep 2026 - 08min
  • 273 - You are already inside the system | How Australia Works - Durumaan sirnicha keessa jirtu/Akka itti jireenya Australia

    How do Australia’s governments, laws and public services affect your everyday life? Through real stories, this introduction to the series shows you where to start when you need information and support, and how to question a decision. - Akkamitii Mootummoonni, seerrii fi tajaajilli mootummaa Australia jireenya kee guyya guyyaan wal hidhata? Karaa seenaa dhugaa, seensa mata duree wal duraa duubaan dhihaatu kun yeroo odeeffatnoo fi deggersa barbaaddu eessaa akka jalqabdu akkasumas murtoo tokko tokko akka itti gaaffii keessa galchitu sitti agarsiisa.

    How Australia Works is an SBS podcast that uses real stories and clear explanations to help you understand how government work in Australia, how laws are made and changed, and how you can have a say. Listen to the series and find shorter versions in 60 languages on the How Australia Works main page. - Akka itti jireenya Australia kan jedhu poodkastii SBS, seenaa dhugaa fi ibsa ifaa fayyadamee Australia keessatti akkaataa itti mootummaan hojjetu hubachuuf isin gargaara, akkasumas akkamitti akka seerri bahu fi jijjiiramu, isinis keessatti yaada akkamitti akka kennattan hubachuuf isin gargaara. Qophiilee wal duraa duubaan afaanota 60n qophaawan fuula isa jalqabaa Akka itti jireenya Australia ( How Australia Works main page) irraa dhaggeeffadhaa.

    Tue, 29 Sep 2026 - 04min
Afficher plus d'épisodes