Filtra per genere

SBS Afaan Oromoo

SBS Afaan Oromoo

SBS

Oduun bilisaa fi seenaa, sagalee SBS irraa, jireenya Austraaliyaa keessaa waliinii fi hawwasa Oromoo Austraaliyaan walitti si hidha.

71 - Dubree Wabii Bechere fi Dubree Hawweeraa Ummataa barmootni humna jedhu
0:00 / 0:00
1x
  • 71 - Dubree Wabii Bechere fi Dubree Hawweeraa Ummataa barmootni humna jedhu

    “Barnoota sadarkaa ol-aanaatti barachuun fedha akkasumas naannoo ofii ilaaluu gaafata. Namootni naannoo kee jiran yoo baratanii sadarkaa hojii gara garaa irra jiru tahe kun barmoota akka barattu si jajjabeessa. Barnoota barachuun miindaa gaarii argachuu qofaaf utuu hin taane beekumsa horachuun deebiftee ati illee sadarkaa hawaasni kee si barbaadutti tajaajiluu dandeessa. “ Wabii Bechere fi Hawweeraa ummataa.

    Wed, 24 Apr 2024 - 24min
  • 70 - Understanding Australia’s precious water resources and unique climate - Qabeenya bishaanii gati-jabaa fi haala qilleensaa addaa Australia hubachuu

    Australia is the driest of all inhabited continents with considerable variation in rainfall, temperature and weather patterns across its different climate zones. Here's why this vast land boasts one of the planet's most unique climates. - Awustiraaliyaan ardiilee jiraattota hunda keessaa gogiin kan beekamtu yoo taatu, qilleensaa adda addaa naannoo ishee keessattis waggaa waggaadhaan rooba, ho’aa fi haala qilleensaa gurguddaan wal jijjiiru.Qilleensa adda tahe qabaachuun Australia adda taasisa.

    Wed, 24 Apr 2024 - 13min
  • 69 - #58 How to say 'no' at work (Adv) - #58 Bakka hojiitti hojii humnaa olii akkamiin didda Adv)

    Learn how to professionally and politely decline additional workload. - Bakka hojiitti hojii dabalaa ykn humnaa olii yoo sitti kenname, haala kabajaa fi amala gaariin akkamitti hojii ulfaataa kana akka diddu baratta, dhaggeeffadhu.

    Wed, 03 Apr 2024 - 16min
  • 68 - Understanding bankruptcy and its consequences in Australia - Kasaaraa labsachuun maal: Eenyuutu ulaagaa guuta, dhiibbaa inni qabu hoo

    Bankruptcy can be complicated for many people, as it can bring about feelings of financial shame and stigma. However, it may be the only way to alleviate financial distress in some cases. If you struggle to manage your debts, filing for bankruptcy could be an option. - Kasaaraa labsachuun namoota hedduudhaaf haala wal xaxaa dha, qaanii deegaa fi maqa balleessii uuma. Haa tahu malee, gami tokkoon karaan ittiin dhiphina maallaqaa of irraa itti xiqqeessan kanuma. Yoo liqaa maallaqaa kee to'achuuf itti rakkataa jirta tahe, kasaaraa labsachuuf galmaa'uun filannoo tahuu danda'a.

    Wed, 03 Apr 2024 - 11min
  • 67 - Guyyaa Oromtittii ykn Siiqqee yaada ummataa

    Ji’i Bitootessaa Ji’a addaa ti. Ji’I Bitootessaa ji’a seena qabeessa. Guyyaan siiqqee ykn guyyaan Oromtittii addatti ji’a itti kabajamuu jalqabe dha

    Wed, 27 Mar 2024 - 15min
Mostra altri episodi